barnoota itti fufi

baga nagayaan dhufte

minbar taa mixannoo haarawa kan barnoota shari'aa dhiheessuuf yaala. teknooloojitti fayyadamuun, dhiheefama laafaa namahawatu kan umrii hundaaf mijjaawuun fayyadamuudhaan.

mimbar karaa dorgommii ilmii shari'aa baruu keessatti tahe, kan dameelee isii hunda ufkeessaa qabu qopheesitee dhiheessiti, karaa miidhaqaan barnoonni akka baratamu godha.

162,312

baraataa galmaaye.

20,878,726

fayyadamaa

195

biyya

1,730

fuula barnootaa

mada dureewwan hangafaa

6

waayee mimbar

  • mata dureewwan barachuu barbaaddu filadhu, kallattiin barnoota jalqabi.
  • boqonnaa barnootaa tokko tokkoo isaa daqiiqaa shani gaditti xumuruu dandeessa.
  • barnoota kee kan shari'aa damee hundaan ufqormaadhu.
  • qabxiifii badhaasa walitti qabadhuu barattoota birootti dorgomi.

Abii hureyrarraa odeeffamee nabiin s.a.w. akki jedhan "namni beekkomsa baratuuf karaa seene Rabbiin karaa jannataa isaaf laaffisa". muslimtu odeesse.