barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

waan muslimni wallaaluu hintaane.

sharii'aan islaamaa seera muslimni hundi barachuufii itti hojjachuun diqama taheen dhufte. seerri kuni laafaa mijjaawaadha. sharii'aan islaamaa wanni irratti ijaaramte faaydaa fiduufii hamtuu deebisuudha. akkasuma bu'urri isii Rabbirraayyi.kan isii nama barsiise irrabeekaa irrahayyuu irra toltuu yaadaa kantahe nabi muhammadi s.a.w. kutaa kana keessatti barnoota muslimni barurraa hafiinsi hinjirre kanseera shari'aarraa taheetu qophaayee jira.

barnoota itti aanu

naamusa mana fincaaniifii istinjaa

shari'aan Rabbii waan namni itti haajamu hunda ibsite. naamusa gooteef. san keessaa tokko naamusa mana fincaaniiti. boqanna kana keessatti waayee xahaaraa, naamusa mana fincaaniitiifii istinjaadhaati dubbanna.

Barnootaawwan