kutaan ammaa model
Barnoota jireenya Rabbiitti amanuu.
hiikkaa Rabbitti amanuu.
inni jireenya Rabbii sirritti beeku.gooftummaa isaa, Rabbummaa isatiifii maqaafii sifaata isaa dhuga'oomsuudha.
sujuudni mul'ata Rabbiif ufgadiqabuu keessa isa guddaa tokko.
jireenya Rabbii beekuun waan uumaadhaan nama keessa jiruudha, ragaa barbaachaaf ufdirquu hinbarbaachisu. kanaaf hedduun namaa ilaalchaafii amantaan isaanii adda adda taatus jireenya Rabbii nidhuga'oomsan.
nuti onnee teenya keessatti jireenya Rabbii nidhuga'oomsina. yeroo rakkoo gara isaati deebina, haala Rabbitti amanuu kan Rabbiin qalbii teenya kaassa kaayeetu kanatti nukakaasa. garuu isii tana haquufii nama wallaalchisuuf gariin namoota jallatanii yaalanii jiran.
kunoo nuti ni agarra ni dhageenya, Rabbiin kadhataaf ni awwaata, nikeennaaf, kadhaa irraa qeebala. kuni jiraachuu isaatti shakkii malee nuqajeelcha.
Ragaan Rabbiin jiraachuu hedduudha mul'attuudhasi.
.
/
/
اختر مستوى الشرح المناسب لك
يحتوي الدرس الآن على طبقات اختيارية تساعدك على المراجعة السريعة أو التعمق دون مغادرة الدرس.
- الملخص: نظرة سريعة في نحو دقيقة.
- الأساسي: محتوى الدرس الأصلي وهو المسار المعتمد للتقدم.
- المتعمق: تفاصيل إضافية اختيارية عند توفرها.
تقدمك وإكمال الدرس يعتمدان دائما على صفحات المستوى الأساسي.