barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

barnoota itti aanu

Dubartii fi waamicha yeroo ammaa

Darsii tana keessatti ilaalchota, duudhaalee fi waamicha yeroo ammaa murteessoo tahan kan dhimma dubartootaa irratti dhiibbaa qabu baranna.