barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

dukkubaafii dukkuba daddabraa.

dukkuba daddabruun nama mokkoruun karaa Rabbiiti. muslimaafii kaafirallee kanaan mokkora. garuu haalli muslimaa balaa keessatti akka warra kaaniitii miti. muslimtichi obsa Rabbiin itti isa ajaje qabaata. akkasuma osoo inni hinbuune sababaa deebisuu hayyamamaa tahe qabata. eegabu'es uf wal'aanee fayyaa barbaada.

Barnootaawwan

dhukkubni weyraraan gorsaafii ergaadha.
mata duree muslimtichi dhukkuba weeraraa waliin.
du'aa'ii tikaa kan shari'aa
seera dhukkuba weeraraan walqabatu