barnoota itti aanu
naamusa mana fincaaniifii istinjaa
shari'aan Rabbii waan namni itti haajamu hunda ibsite. naamusa gooteef. san keessaa tokko naamusa mana fincaaniiti. boqanna kana keessatti waayee xahaaraa, naamusa mana fincaaniitiifii istinjaadhaati dubbanna.