kutaan ammaa model
Barnoota maleeykatti amanuu
barattoonni biraa count: barnoota kana xumuran
hiikkaa malaaykatti amanuu.
barbaachisummaa malaaykatti amanuu.
malaaykatti amanuun dirqama nama hundaati, namni itti kafare nimucucaata nijallata. Rabbiin akkana jedhe "namni Rabbitti kafare malaaykaa isaattis, kitaabban isaattis, ergamtoota isaattis, guyyaa boodaattis kafare dhugaa jallina fagoo jallatee jira". nisaai 136. kufrii nama wantoota kana mormerratti murteessee jira.
nabiin s.a.w. akki jedhe "samiin nirakkatte malaaykaan guutamte isiii keessa bakkiti taakkuun takka hinjirtu malaaykaa salaataaf dhaabbatu yookaa rukuu'u yooka sujuudu tahu malee.
malaaykatti amanuun maal ufkeessaa qaba?
sifaata malaaikaa tan itti amannu keessaa.
Rabbiin malaaykaa hojii hedduu irra kaaye. san keessaa:
yeroo hedduu balaa hamtuu jalaa nama nagaya bahu garree dinqisiifanna, malaaykaan ajaja Rabbiitiin akka nama tiiysitu yaadachuu qabna.