barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

hojmaata qabeenyaa.

amantiin islaamaa damee jireenyaa hunda ufkeessaa qabdi. amantti ibaadaafii hojii misoomaati. gabroottan waan kanatti isaan qajeelchu beekkomsa sharii'aarraa barbaadan.akka hojiin isaanii karaa Rabbiin jaalaturratti taatuuf. qur'aanni waajii hojii qabeenyaa sirritti seera isaa addabaasee ibse. nabiin keenyas waayee daldalaa maallaqa horachuu hunda ibse. waayeen kanaa kutaa kana keessatti baratama.

barnoota itti aanu

mata duree zakaa maalummaafii ergama isii.

ibsa zakaan roga sadaffaa arkaana islaamaati, barnoota kana keessatti hiikkaa isii kaayyoo isiitiifii ogummaa ajajma isii baratta.