barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

zakaata

zakaan utubaa sadeessaa kan islaamaati, akka qabeenya namaaf qulqulleessituuf Rabbiin karaa godhe, isiin yoo waan qabeenya ir'iftu fakkaattellee garuu barakaaf dabalata qabeenyaa akkasuma iimmana barakaa qalbii keessatti gooti.

Barnootaawwan

mata duree zakaa maalummaafii ergama isii.
mata duree qabeenya zakaan keessatti dirqama taate.