barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

seera yeroo gannaa

islaamummaan amantaa hunda qixxisuudha. kanaaf jiruu akka isiin Rabbiin wajji hariiroo gudhattutti qajeelcha. akka kaayoon isii toltu, tan ogummarratti jaaramte akka taatu, taasisa. mu'iminni yeroo hundaawu ibaadaa yeroon walsimattu qaba. yeroon gannaa ibaadaalee hedduun waan walqunnamu qaba. waayee xahaaraa, salaataa, uffataa, roobaa, fii kkf, boqannaa kana keessatti waayee kana laalla yoo Rabbi jedhe.

Barnootaawwan

mata duree - hubannoo iimaanaa gannaan walqabattu.
mata duree gannaafii qulqullina
mata duree ganna salaataafii soomana.
mata duree seera waliigalaa yeroo gannaa baay’atu