barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

imaana

ergaan anbiyoota hundaa tan ummata isaaniitti taate rabbiin tokkichoomsanii gabarurratti waliif galti. akkasuma waan Rabbi malee gabbaramu mormurrattis. kuni hiikkaa laa ilaaha illallaahu muhammadan rasuulullaahiiti, isiin jecha namni isiin islaamummaa seenu.

Barnootaawwan

jireenya Rabbiitti amanuu.
Rabbummaa isaatti amanuu.
gabbaramaa haqaa tahuu Rabbiitti amanuu.
maqaaleefii sifaata Rabbiitti amanuu
jalina qalbii keessatti taheen loluu
maleeykatti amanuu
kitaabatti amanuu.
ergamtootatti amanuu
nabi muhammaditti amanuu.
guyyaa qiyaamaatti amanuu
murtii Rabbiitti amanuu.
akkamitti namni islaamummaa seena?