kutaan ammaa model
Barnoota akkamitti namni islaamummaa seena?
barattoonni biraa count: barnoota kana xumuran
shahaadaan (ragaan) lameen kunoo tana:
yeroon namni islaamummaa seenu yeroo jiruu isaa keessatti murteessituudha, isiin dhaloota isaa kandhugaati kan isirraa waan jiruu tana keessatti argameef beeke. diin kana seenuu isaatiin wajji qaama dhiqachuu barbaachisa, akkuma keessa isaa shirkiifii dilirraa qulqulleessetti gubbaa isaa qaama dhiqatee qulqulleessuu qaba.
sahaabdicha hayyoota arabaarraa tahe tokko nabiin s.a.w. yeroo inni islaamaye qaama dhiqadhu jedhaniin. beyhaqii 837
namni tawbaan isaa bareedduu akkanaa tana taateef tawbaa isaa gatii hunda kafalee eeggachuu qaba, akka sakaallaa sheyxaanaa ta ufduuba isa deebiftu keeysatti hinkufneef jecha.
namni akki itti islaamummaa seenu yoo shahaadaa lameen jedhe hiikkaa beekee dhuga'oomsee ergama isii qeebalaa.
tawbaa
ulaagaalee tawbaan itti fayyaa taatu.
tarkaanfiilee tawbarratti gadi dhaabbachuuf barbaachisan,
eega tawbaatii maaltu itti aana?
muslimni eega tawbaa dhugaatii qulqulluu dilii hinqabne tahee baha. inumaa warra dhugaan gaabbee gara isaa deebie badhaasa biroo dabalaaf. hamtuu isaanii toltutti jijjiiraaf, Rabbiin akkana jedhe "nama tawbate malee ka amanee gaarii dalage malee jarreen san Rabbiin hamtuu isaanii toltuun jijjiiraaf, Rabbiin araaramaa rahmata godhaa tahee jira".furqaan 70.
namni Rabbiifii ergamaan Rabbii isa biratti irra jaalaatamaa tahee,
a