barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

mata duree seera karaa deemsaa

ibsa islaamummaan amantii jireenyaati, jiruu namaa hundaan walqabata, deemsaafii teessuma isaa keessatti, sossohaafii calii isaa keessatti, dhugaafii qoosaa isaa keessatti, hundaan walqabata. karaa deemsi damee jiruu hawaasummaa tanarraa takka. isiin seera Rabbiin nurraa barbaadurraa qullaa hintaatu. tan yaadachuufii itti hojjachuun barbaachisu. akkasuma seera dhiisuufii irraa fagaachuu barbaachisu. boqannaa kana keessatti waayee seera karaa deemsaa kana baranna.

Barnootaawwan

mataduree hubannoo iimaanaa karaa deemsaan wajji.
mata duree -- karaa deemsaafii xahaaraa.
mata duree soomana karaa deemsaa
mata duree seera waliigalaa tan imalatti heddummaattu.