barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.

adeemsaalee barnootaa

barnoonni Taa adeemsaalee barnootaa gara garaa qaba. adeemsi hundi barnootaalee kutaalee marsarichaa gara garaa irraa filatamte qaba barnoota shari'aa barataa jaaruuf akka gargaartuuf akkaataa barbaachisa isaatiin

waan muslimni wallaaluu hintaane.

sharii'aan islaamaa seera muslimni hundi barachuufii itti hojjachuun diqama taheen dhufte. seerri kuni laafaa mijjaawaadha. sharii'aan islaamaa wanni irratti ijaaramte faaydaa fiduufii hamtuu deebisuudha. akkasuma bu'urri isii Rabbirraayyi.kan isii nama barsiise irrabeekaa irrahayyuu irra toltuu yaadaa kantahe nabi muhammadi s.a.w. kutaa kana keessatti barnoota muslimni barurraa hafiinsi hinjirre kanseera shari'aarraa taheetu qophaayee jira.

39 lessons
+35

muslima haarawa.

namni tokko yeroo islaamummaa seene jiruu haarawa jireenya isaa san duraatii addaa jalqaba. adeemsa kana keessatti barnoota gayaa isa barbaachisa. kan isaan aqiidaa isaa sirreessu, kan isiin tiiyfatee, waan Rabbiin dirqama isarratti guutee hojjatu, kan sadarkaa iimaanaatiifii islaamaatti suutasuutaan olbahu, barnoota kana kutaa kanatti isaaf walittiqabne.

38 lessons
+34

hojmaata qabeenyaa.

amantiin islaamaa damee jireenyaa hunda ufkeessaa qabdi. amantti ibaadaafii hojii misoomaati. gabroottan waan kanatti isaan qajeelchu beekkomsa sharii'aarraa barbaadan.akka hojiin isaanii karaa Rabbiin jaalaturratti taatuuf. qur'aanni waajii hojii qabeenyaa sirritti seera isaa addabaasee ibse. nabiin keenyas waayee daldalaa maallaqa horachuu hunda ibse. waayeen kanaa kutaa kana keessatti baratama.

2 lessons

q

q

11 lessons
+7

q

q

6 lessons
+2