kutaan ammaa model
Barnoota Nabi Muhammad s.a.w. beekuu.
barattoonni biraa count: barnoota kana xumuran
maqaa nabii keenya muhammad s.a.w.
nabi muhammad Rabbiin ilmaan nama hundatti erge, gosaafii lammii maratti, namni hundi akka isaaf ajajamu dirqama godhe. Rabbiin akkana jedhe "yaa ilmaan namaa an isin hundatti ergamaadha jedhiin". airaaf 158.
Rabbiin kitaaba isaa irra caalaa qur'aana nabiyyi keenyarratti buuse qur'aana duraafii duubanis dogoggorri itti hindhufne.
nabi muhammad Rabbiin ergamaa xumuraa taasisee isa erge, nabiyyiin isa booda hinjiru. Rabbiin akkana jedhe "ammoo inni ergamaa Rabbiitiifi xumura nabiyyootaati".
dhaloota nabii s.a.w.
osoo hin ergamin dura gosa isaa qureyshii keessa waggaa 40 jiraate (570-610 amala gaariifii nama dansaa ture kan fakkiin ittiin godhamtu. muhammaul amiin (amanamaa) jechuun moggafame. dura re'e tiiyse, eegasii daldala hojjate. osoo islaamummaan itti hindhufin durallee nama qajeelaa diin nabi ibraahimirratti Rabbi gabbaru ture. shirkii ummanni biyyaa itti jiru nimorma. . )
.
.
.