kutaan ammaa model
Barnoota Rogaalee salaataa, dirqamoota isii, balleessituu isiitiifii jibbamtuu isii.
barattoonni biraa count: barnoota kana xumuran
Rogaalee salaataa.
Rogaaleen salaataa
dirqamoonni salaataa
dirqamoota salaataa.
dirqamoonni kuni yoo irraanfiin dhiisan namarraa buuti, sujuuda irraanfiittu guuta.
wanni salaata keessatti dhufe jechootaafii hojiinis, tan rogaafii dirqamoota salaataa hintahin hundi sunnaa salaata guuttu, isirratti tiiyfachuun dirqama, garuu ammoo salaanni isii dhiisuun hinbaddu.
inni sujuuda lama kan Rabbiin ir'innaafii dogoggora salaataa guutuuf karaa godhe.
sujuunni irraanfii yoom barbaachisa?
sujudni irraanfii bekka lama qaba. lameen keessaa kama fedhetti sujuuda.
waan salaata balleessu.
waan salaata balleessu.
jibamtoota salaata keessatti.
nabiin s.a.w. salaata keessatti mil'aturraa gaafatamanii akki jedhan " isiin butatiinsa salaata gabrichaarraa butatuudha". bukhaarii 751
harka kalerra kaayaachuu, quba walkeessa naquu