kutaan ammaa model
Barnoota qulqulleeffannaa addaa
barattoonni biraa count: barnoota kana xumuran
kopheefii shurraaba irra haxaawuu.
kopheefii shurraaba irra haxaawuuf dura yeroo uffatu xahaaraa hadasa guddoofii xiqqorrayis qabaachuu qaba. wuduu'arratti kophee isaa kaayyachuu qaba.
yeroo hanga kopherra haxaawanii.
kopheerra kan haxaawan yeroo wuduu'aa qofa, yeroo janaabarraa qaama dhiqatan kopherra haxaawuun hintahu, dirqama miila dhiqachuu qaban.
yeroon kopherra haxaawuun jalqabamtu haxaawwii duraarraayyi tan yeroo wuduu'ni ittiin uffatan cabpherraayi.
hidhaa jechuun yeroo harki yookaa miilli nama caphe yookaa buqqa'e akka dafee fayyuuf hidhaa hidhan jechuudha. yeroo wuduu'aa achirra haxaawuun nitaha.
hidhaa harka jiidhaan haxaawuutu gaya, wuduu'arraayis tahee qaama dhiqannarraayis.
qaamarraa waan hidhaan ala jiru nidhiqa, hidhaa ammoo harka jiidhaan irra haxaawa,
turtii yeroo hidharra haxaawan.
tayammuma (biyyeen xahaarachuu).
akkaataa tayamuumaa
harka isaatiin yoggu takka biyyee qulqulluu dhawa.
biyyee harka isaatti qabatteen fuula isaa haxaawa.
gubbaa ganaa isaa tanmirgaarra ganaa bitaatiin haxaawa, tan bitaallee mirgaan haxaawa.