barnoota itti fufi

Seensa hin galmeessine
amma barnoota mimbar taa itti uf galmeessi, fooyyawuu kee hordofuuf, qabxiilee walitti qabachuuf, dorgommii keessa seenuuf,. eega galmooftee boqannaalee baratterratti waraqaa ragaa ilektiroonii argatta.
Waltajjii Ta irratti maaliif baradha?

Beekumsa barbaaduun gocha ibaadaa gurguddaa keessaa tokko, wallaalummaa ofirraa buqqisuun dirqama barbaachisoo ta'an keessaa tokko, amantii hubachuun gochoota Rabbiin gammachiisan keessaa tokkodha. Nabiyyiin, nageenyi fi rahmanni isarratti haa jiraatu jedhe : “Beekumsa barbaaduun Muslima hunda irratti dirqama.” Imaam Ahmadiin odeesse. Nabiyyiin nageenyi isarratti haa ta’u, nijedhe “Rabbiin nama toltuu isaan fedhe waa’ee amantii hubannaa isaaf kenna”. Kangabaase Muslim.