kutaan ammaa model
Barnoota gurgurtaa
hiikaa gurgurtaa
gurgurtaan akka afaaniitti wahiin waa jirjiiruudha. akka seeraatti qabeenyaan qabeenya bituudha.
murtii gurgurtaa.
gurgurtaa hojii hayyamamaadha, qur'aana, hadiisaafii ijmaa'aan mirkanaayeedha. Rabbiin akki jedhe "Rabbiin gurgurtaa hayyameeti dhala nyaachuu dhoowwe". baqaraa 275
ogummaa gurgurtaan hayyamamteef.
1- namni waan namni biraa qabutti haajama; nyaataa fi dhugaatii fi uffata fi iddoo jireenyarraa, abbaan wantoota kanneenii ammoo waa malee hin kennu, gurgurtaa keessa karaa namuu waan barbaadutti gahuuntu jira; gurguraan gatiif, bitataan meeshaaf.
2- jireenyi namaa karaa irra caalaa irratti tahuu; namni waan haajamu bittaan malee argachuu dhabuu waan dandahuuf.
3- hannaa fi boortaa fi shawwaddii fi kana males waan hawaasa balleessu dhoorkuu; namni waan barbaadu bittaan argachuu waan dandahuuf.
utubaalee gurgurtaa:
gurgutaa dhoorkamaa
ulaagaa warra walii galuu
ulaagaa waan irratti waliif galanii (gatii fi gurguramaa)
اختر مستوى الشرح المناسب لك
يحتوي الدرس الآن على طبقات اختيارية تساعدك على المراجعة السريعة أو التعمق دون مغادرة الدرس.
- الملخص: نظرة سريعة في نحو دقيقة.
- الأساسي: محتوى الدرس الأصلي وهو المسار المعتمد للتقدم.
- المتعمق: تفاصيل إضافية اختيارية عند توفرها.
تقدمك وإكمال الدرس يعتمدان دائما على صفحات المستوى الأساسي.