kutaan ammaa model
Barnoota a
yeroo salaanni dhoowwame
yeroo garii sababaa adda addaatiif muslimtichi salaatuun dhoowwaadha. gariin isii yeroo ibaadaa kuffaaraati, gariin yeroo jahannam bobeeffamtu, gariin isii yeroo aduun gaafa sheyxaanaa lameen jidduun baatu. kkf. qadaa fardii malee isii keessatti hinsalaatu. yookaa sunnaa sababaa qabdu tan akka tahiyyaa masgiidaa malee. kuni waayee salaataa qofarratti. ammoo zikriin Rabbiitiifii du'aa'iin yeroo hunda karaa godhamaadha.
salaata fajrii boodarraa hanga aduun baatee hanga ulee olfuudhamtutti. kunee aduun baatee daqiiqaa 15 taha.
yeroo aduun walqixa samii geesse hanga jallattutti, yeroo xiqqoo zuhriin seenuu duraati.
salaata asrii booda hanga aduun seentutti.
اختر مستوى الشرح المناسب لك
يحتوي الدرس الآن على طبقات اختيارية تساعدك على المراجعة السريعة أو التعمق دون مغادرة الدرس.
- الملخص: نظرة سريعة في نحو دقيقة.
- الأساسي: محتوى الدرس الأصلي وهو المسار المعتمد للتقدم.
- المتعمق: تفاصيل إضافية اختيارية عند توفرها.
تقدمك وإكمال الدرس يعتمدان دائما على صفحات المستوى الأساسي.