kutaan ammaa model
Barnoota Mata duree caalmayina sadarkaa makkaafii masjidal haraam.
barattoonni biraa count: barnoota kana xumuran
abdilaah bin adiyyi bin hamraa'i Rabbi isarraa haajaalatuu akkana jedhe nabiin kharuurrarra kan dhaabbatee jedhu " Rabbitti kakadhe ati irra caaltuu dachii Rabbiiti, irra jaalatamtuu dachiiti gara Rabbiitti, osoo sirraa baafamuu baadhee silaa hinbahu". tirmizii 3925 oduu birootti irra jaalamtuu dachiiti gara kiyyatti". ibnu maajah 3108.
2- isiin harama (kabajamtuu) Rabbiiti.
nabiin s.a.w. akki jedhe "makkaan Rabbiitu kabaje namni hinkabajne, namni Rabbiifii guyyaa qiyaamaatti amanu isii keessatti dhiiga gadi naquun hin hayyamamuuf, muca isii cabsuunis hinhayyamamu".bukhaarii 104 muslim 1354.
abuu zarri- algifaariyyiin nabiin kamii masgiidaatu dura lafa keessatti jaarame? jedheen nabiin s.a.w." masjiidul haraami" kamtu itti aane? "masjiidul aqsaa" isaan jidduu hangam adda fageenyi? waggaa afurtama, eessattillee yoo salaanni sitti geesse salaati achumaatu masgiidaa". bukhaarii 3366 muslim 520.
2- isa keessa kaibaa kabajamtuutu jira.
3 sawaabni salaataa isa keessatti dachaa tahuu.
4- Rabbiinnama dandayerratti hajjii gara masgidal haraamitti dirqama godhe.
sadarkaa caalmayina makkaa: biyya gaariin tuni kabajaa guddaa qabdi. sadarkaa hedduu qabdi. sankeessaa: