inni jacha adda godhameen hatattamattii fi irkisuun hidhaa bultii hiikuudha; jachi adda godhame: kan ifa tahe; akka jacha hiikkaa, akeekkaan; akka jacha fagaataa fi haraamii fi gadi lakkisuu faadha, bikka jachaa ni bu'a; barruu fi akeekni hubatamu, addaan baasuu keessatti jachi "kullii" fi qaadiin "addaan baase" jachuun jacha hiikkatti ni dhaqqaba.
Bu'aa hiikkaa keessaa
١
utubaa nagayaa tan maatii duraa keessa hi jirre irratti maatii lama haarawa jaaruuf karaa banuu, tolli Rabbii ballaadha, Rabbiin oltahe ni ja'e: Yoo isaan lameen adda ba’an, Rabbiin hundaayyuu tola Isaa irraa ni duroomsa. Rabbiin (kenni isaa) bal'aa, ogeessa ta'eera. [Annisaa'i: 130].
walitit bu'iinsaa fi mormii fi, waan isiin itti geessitu jibbaa fi amala baduu fi jidduu walii baduu dhaabuu.
٥
miseensota maatiitii fi lubbuu isaanii fi eenyummaa isaanii, sababa mana tasgabbii fi nageenya hin qabne keessa jiraachuu diigamuu irraa baraaruu, kun waan daa'imman irratti daran miidhaa tahu.
yoo haadha abbaan hiikkaa booda amala sirreeffachuu baatan; diinummaa itti fufuunii fi galumsa ilmaan isaanitti galu muruun, ilmaan karaa dhiibbaa walirrattiin godhan godhachuu fi kana males, sababa isaa ilmaan rakkina lubbuutiif saaxilaman, jallina yaadaa fi amalaatiifis, faanti isaa badduun hanga dhuma umriitti guddatti.
٣
diinummaa fi jaarsaa jaartii jiddutti wal muruu, kunis gama maatii isaan lameenitti dheerachuu dandaha, sababa sanii geenguun muramaa ni ballatti, kuni haawaasni walqabachuu fi walitti hidhamuu irraa waan islaamni barbaaduun fallaadha.